galataa

galataa

Akkam jirtu warri page Hakim? Ani ogeessa fayya kellaa fayya mootummaa kessa hojjatu tokkon galateefachuf dhufee. Essa akkan jalqabufi maal jedhee akkan jalqabu hin beeku.  Iddichi as magaalaa shaggar kutaa magaalaa furii kella fayya walattee keessa kan hojjatan Senior Nurse…